close
Jump to content

Awustireliyaa

Wikipedia irraa
BERJAYA
Alaabaa Awustireliyaa.
BERJAYA
Asxaa uffataa Awustireliyaa.
BERJAYA
Iddoo itti argama Awustireliyaa.
BERJAYA
Kartaa Awustireliyaa.

Awustireliyaa, akka ofiisaatti Koomanwelt Awustiraaliyaa ta'uu ibsameera, kan jedhamtu biyya kibba Hemispheretti argamu yoo ta'u, lafti kun Ardii addunyaa keessaa diqqitti ofii kessa qaba. Haa ta'u malee Awustireliyaa odoloota guguddoo kan akka Tasmaaniyaa fi odoloota xixiqqaa Garba Indiyaa fi Garba Paasifiik kessatti argamanii of keessaa qaba. Biyyonni dhihoo Awustireliyaatti argamani kaaban Indoneeshiyaa, Tiimor Bahaa fi Paappu'aa Niwuu Giinii, kaaba bahaan Odoloota Solomoon, Vaanu'atuu fi Niwuu Kaledooniyaa (Firaansi irra kan bilisoomtee) akkasumas kibba bahaan Niwuu Ziilaandi jedhamanitu argamu. Magaalaan guddoon Awustiraaliyaa Kaanberaa yoo taatu, magaalaan guddittii ammoo Siidnii dha.

Mootummootaa fi naannolee

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Alaabaa Asxaa qaamaa Maqaa Magaalaa guddoo
BERJAYA BERJAYA Awustiraaliyaa Dhihaa Perth
BERJAYA BERJAYA Awustiraaliyaa Kibba Adelaayid
BERJAYA BERJAYA Kuwiinslaand Brisbeen
BERJAYA Naannoo Magaalaa Guddittii Awustiraaliyaa Kaanberaa
BERJAYA BERJAYA Naannoo Kaabaa Daarwiin
BERJAYA BERJAYA Niiw Saawuz Weels Siidnii
BERJAYA BERJAYA Taasmaaniyaa Hoobart
BERJAYA BERJAYA Viiktooriyaa Melboorn

Akkasumas ilaali

[gulaali | lakkaddaa gulaali]


Ardii