close
Jump to content

draft

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Maqibsa

[gulaali]

Ibsa maqaa Afaan Ingiliffaa

  1. wixinee ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Kompiyuutara) * wixina, jalqabbi fi haala itti barreeffama sagantaa afaan kompiyuutaraa kan rakkoolee gara garaa furuuf tajaajilu.
  2. (Seenaa) * wixinee, barreeffama sanadaa, haasaa (speech) ykn xalayaa isa jalqabaa kan booda jijjiiramni irratti godhamuu danda'u. Gahen mootummaa inni jalqabaa wixinee heeraa qophessuu dha

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'