close
Jump to content

Rembrandt

Wikipedia irraa
BERJAYA
Fakkii Hendrickje kan Rembrandt kaafame
BERJAYA
The Nightwatch, Rembrandtiin
BERJAYA
Fakkii ofiinii, 1658. Hojii aja'ibsiisaa, "Fakkiiwwan isaa keessaa guddaa fi bareedaa".p28

Rembrandt Harmenszoon van Rijn (Leiden, 1606 - Amsterdam, 1669) dibaa fi artistii Dutch beekkamaadha.

Rembrandt seenaa aartii Yuurooppi keessatti dibaa fi bocaa gurguddoo keessaa tokko akka ta'eefi nama seenaa Dutch keessa akkaan barbaachisaatti baay'inaan ilaallama. Gumaachi inni gama aartiin godhe yeroo Jabana Warqii Dutch jedhuun warri seenaa yeroo sana waamu.